Baga bara 2011 Nagaan geessan :Barri kun Kan Nagaa , Jaalalaa , tokkummaa , Qaroominaa fi Bilisummaa Nuuf hata'u jechuun gammachuu qabu ibsa.
Fulbaana 01/01/2011 irraa eegaluun barattoota duraani barachaa turanii fi Haaraa simachuuf qophiisaa xumuree jira. Qulqullinni barnootaa 100% /100% ta'uusaa barattootni Kenya COC f taa'aan hundi milkaa'uun beekamtii akka Oromiyaatti nuuf kennisiiseera . Kottaa Barnoota Qulqullina qabu baradhaa , QAROO uummata keenyaa nuuf taa'aa.
QARO LAMI College
Accounting, Human Resource Management, Cooperative Accounting and Business management, C/ Nursing,Pharmacy, IT in Regular & extension program
Barattootni Accounting bagaa gammaddan qormaataa coc , hundi keessan Darbuutti kolleejjiin keenyaa gammachuu qabu ibsaa qulqullina barnootaa walumaan haa eegnu !
Qaroon agartuudha , maarree leenjii qulqullina qabu lammiisaatiif kennee Barattoota Qormaata ga'umsa Ogummaa (Coc) dhaaf teessise keessaa 99% dabarsee 1% hin milkoofne , Hanqina hambisuuf cimsee kan hojjetu ta'ee Leenjistootaa fi Leenjifamtootaan Baga bu'aa hojii keessanii argitan jenna.
Qulqullina barnootaa walumaan haa eegnuu!
Qaro Lami College is dedicated to deliver quality training that make trainees to become competent.
kolleejjiin keessan Magaalaa Gimbiitti, leenjistoota ga`umsa qabaniin , IT, Accounting , Clinical Nursing, Pharmacy, HRM, Cooperatives dhaan leenjisaa jiraachuusaa gammachuun ibsa
QARO LAMI College Accounting, Human Resource Management, Cooperative Accounting and Business management, C/ Nursing,Pharmacy, IT in Regular & extension program
Click here to claim your Sponsored Listing.